Oromoon saba aadaa,afaanii fi duudhaa mataa isaa qabudhu.Aadaa ,afaanii fi aartii Oromoo guddisuu fi barsiisuuf platform Qubee App jedhu irratti walitti qabuuf kan yaadamedha.Fakkeenyaaf Waloo,Makmaaksa,Baacoo Oduu durii,Hibboo,aadaa,fi k k f
Apa yang baruQubee App 1.0Aadaa ,afaani fi aartii oromoo irratti hojjetamaa kan jiru Qubee App gadi dhiifameera!Baga gammaddan!Dhaabbata Qubee Tech irraa
Belum ada ulasan atau rating lagi! Untuk berikan ulasan yang pertama, sila